Vaayirasii koronaa COVID-19

Afaan Oromoon gargaarsaa fi odeeffanno waa’ee COVID-19 argadhu.

Talaallii COVID-19

Talaalliin nama maraaf tola

Kattabachuuf Insurance fayyaa ykn waraqaaragaa sihinbarbaachisu.

COVID-19 vaccine information in Oromo

Maqaa klinikiif yeeroo jiruu issaani kanaan argatu:

Baki hojji keesani magaallaa Minneapolis yoo ta’e, mirga yeroo dhukubaa hojii irraa hafuu qabdaniin hayama gaafadhaati, tallaala dhibee COVID-19 nama’irra itiisuu argachuuf beelama qabadhaa. Akasumas, tallaala fudhatani tarii yoo issin dhukube, mirga jiruu irraa hafuu kanat fayadamaa.

Tallaala fudhadhaa fayyaa bakka hojjii keesanii eegaa

Ilaalamaa

Bakkoota qorannoo COVID-19 barbaadi locat ykn 1-800-657-3903 bilbili.

Qorannoo Tolaa kan COVID-19

Oerannoon gufuu tokko malee torbanitti guyyaa torba banaa dha.
Eenyu iyyuu ni simatama. Qoratamuudhaaf mallattoolee qabaachuu hinqabdu. Inshuraansii si hinbarbaachisu. Tatamsa’insa COVID-19 dhaabuuf karaa filatamaan inni guddaan qoratamuu dha.

COVID-19 get tested

Qabeenyaawwan COVID-19

Mana jireenyaa

Iddoo hojiitti nagaan turuu fi fayyummaan turuu

Hennepin County

Hennepin Kaawuntii irraa gargaarsa argachuuf nu quunnami. Daandii odeeffanoo gargaarsaaf bilbili 612-348-3000.
Gargaarsi afaanota gara-gariin ni jira

  • Wayyaa (Huccuu)
  • Gargaarsa maallaqaa
  • Nyaata fi dhugaati (Giroosherii)
  • Wallaansaa fi meeshaa wallaansaa
  • Qoricha (Qorsa ykn Daawwaa)