Oromiffa (Oromo)

Yoo marsariitii kana irraa fuulli ingliffaa kam iyyuu afaan Oromootti akka isinii hiikamu barbaaddan 311 (612-673-3000) Minneapolis ala bilbilaatii nama afaan Oromoo isinii hiiku gaafadha. Gara f

Odeeffannoo dabalataa

Yoo marsariitii kana irraa fuulli ingliffaa kam iyyuu afaan Oromootti akka isinii hiikamu barbaaddan 311 (612-673-3000) Minneapolis ala bilbilaatii nama afaan Oromoo isinii hiiku gaafadha. Gara fuulduraatti odeeffannoon afaan Oromo waan hiikamuuf fuula kanarraa isatti qabsiifna(link) goona. Yeroo dhihootti deebi’aailaala’a.