Maaskii uffadhaa
Minneapolis keessatti namoonni martinuu, umuriin isanii waggaa 2 ol kan ta’an, akka wal’aansi fayyaa ajajutti kanneen maaskii ykn haguuggii fuulaa uffachuu danda’an bakkeewwan hawaasaa kan mana keessaatti kana gochuu qabu. Guyyaa jalqabaa: Caamsaa 26.
Ilaalamaa
Bakkoota qorannoo COVID-19 barbaadi locat ykn 1-800-657-3903 bilbili.
- Vault: No-Cost COVID Testing For All Minnesotans
- COVID-19 Community Testing
- Bu’aa Qorannoo COVID-19 Yemmuu Eeggattan Wanta Gochuu Qabdan
- Qorannoo COVID-19
- COVID-19’n yoo qabamte maal akka gootu
- Nama COVID-19’n qabu waliin osoo walitti dhufeenya qabaattee maal gochu akka qabdu
Qorannoo Tolaa kan COVID-19
Oerannoon gufuu tokko malee torbanitti guyyaa torba banaa dha.
Eenyu iyyuu ni simatama. Qoratamuudhaaf mallattoolee qabaachuu hinqabdu.Inshuraansii si hinbarbaachisu. Tatamsa’insa COVID-19 dhaabuuf karaa filatamaan inni guddaan qoratamuu dha.
April 2021 COVID-19 testing events in Minneapolis in Oromo
- Qorannoo hancufaa Minneapolis keessatti
Giddugala Convention Minneapolis – Isteeta Minnesotaan kan Qophaa’
1301 2nd Avenue South, Exhibit Room B- W.D. 10 hanga W.B. sa’a 6 PM, Wiixata - Jimaataa
- W.D 10 hanga W.B 4, Sanbataa fi Dilbata
- Columbia Manor, 3300 Central Ave NE
4 p.m. to 7 p.m.
Thursdays, April 1, 8 and 15
Jalqabbii haala nageenyaatiin sirreessuu
Jalqabbii haala nageenyaatiin sirreessuu. Iggitiin laaffate Amajjii 11 eegala.
Hubachiisa: Waan kana ilaalchisee yoo gaaffii kami iyyuu qabaatte 311 bilbili. mn.gov/covid19 iraa caalmaatti baradhaa.
COVIDaware MN
Help stop the spread of the virus and protect others in your community. The app will alert you if you may have been exposed to COVID-19. No personally identifiable information will leave your telephone.
Buusuuf tuqi:
Mana jireenyaa
Yerodhaaf Sochii Dhaabuu Mana keesssaa baafamuu irratti– Bulchaa Walz hanga 4/14/2021 tti sochiin akka dhaabatuuf waamicha dhiyeessam (Wajjiira Bulchaa). Haala mana jireenyaa keessan irratti gargaarsa yoo barbaaddan, dhabbiileen isin gargaaruu danda’an heddutu jiru.
- Deggersa Kaffaltii mana jireenyaa (Housing Assistance Resources)
- Toora-gargaarsaa HOME Line: 612-728-5767.
- Office of the Attorney General Keith Ellison: (651) 296-3353
- Hiikaan afaanii afaanoota hundamaan bilisaan jira.
- Jiraatoota Hennepin Kawuntii kaneen galii-xiqqaa qabniif gargaarsii kiraa manaa hataattamaa ni jira (ykn 612-302-3160 bilbili).
- The State of Minnesota COVID-19 Housing Assistance program is now accepting applications.